Guyyuma guyyaatti wal jajjabeessaa!

Qajeelummaa, amantii, hojii gaariitis… Jajjabinni kallattii maraanuu dhala namaaf barbaachisa. Yeroo cubbuun nama liqimsu karaan itti keessaa bahanii walis baasan amantii isa Yesus Kiristoos furee keentatti nu dhiyeessutti jajjabeessu dha…

Posted On

Sabi ko haa Fayyuu

Kutaa dubbusaa: Rom 10:1-11. HINAAFFAA FI BARBAACHA QAJEELUMMAA Kutaa kana keessatti, Ergamichi Phawuloos waa’ee fayyuu saba ofii isaatiif kadhata jabaa fi wallaansoo jabaa…

Posted On