warri gadadamoonni in gammadu

Today’s verse in a context (የዛሬ ክፍል በአውዱ)

ኢሳይያስ 29
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ ይህ የእናንተ ጠማምነት ነው፤ እንደ ሸክላ ሠሪ ጭቃ የምትቈጠሩ አይደላችሁምን? በውኑ ሥራ ሠሪውን፦ አልሠራኸኝም ይለዋልን? ወይስ የተደረገው አድራጊውን፦ አታስተውልም ይለዋልን?
¹⁷ ሊባኖስ እንደ ፍሬያማ እርሻ ሊለወጥ ፍሬያማውም እርሻ እንደ ዱር ሊቈጠር ጥቂት ዘመን የቀረ አይደለምን?
¹⁸ በዚያም ቀን ደንቆሮች የመጽሐፍን ቃል ይሰማሉ፥ የዕውሮችም ዓይኖች ከጭጋግና ከጨለማ ተለይተው ያያሉ።
¹⁹ የዋሃን ደስታቸውን በእግዚአብሔር ያበዛሉ፥ በሰዎች መካከል ያሉ ችግረኞችም ሐሤትን በእስራኤል ቅዱስ ያደርጋሉ።
²⁰ ጨካኙ ሰው አልቆአልና፥ ፌዘኛውም ጠፍቶአልና፥ ለኃጢአትም የደፈጡ ሁሉ ይቈረጣሉና፤
²¹ እነዚህም ሰውን በነገር በደለኛ የሚያደርጉ፥ በበርም ለሚገሥጸው አሽክላ የሚያኖሩ፥ ጻድቁንም በከንቱ ነገር የሚያስቱ ናቸው።
²² ስለዚህ አብርሃምን የተቤዠ እግዚአብሔር ስለ ያዕቆብ ቤት እንዲህ ይላል፦ ያዕቆብ አሁን አያፍርም፥ ፊቱም አሁን አይለወጥም።
²³ ነገር ግን የእጄን ሥራ ልጆቹን በመካከሉ ባያቸው ጊዜ ስሜን ይቀድሳሉ፤ የያዕቆብንም ቅዱስ ይቀድሳሉ፥ የእስራኤልንም አምላክ ይፈራሉ።
²⁴ በመንፈስም የሳቱ ማስተዋልን ያውቃሉ፥ የሚያጕረመርሙም ትምህርትን ይቀበላሉ።

Isa. 29
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ Isin mataa miilla gootanii, miilla mataa gootan; supheen isa suphee dha’u ta’uu danda’aa ree? Wanti harka namaatiin hojjetame tokko isa isa hojjeteen, “Ati ana hin hojjenne” jechuu danda’aa ree? Wanti namni tokko tolche, isa isa tolcheen, “Inni hubachuu hin danda’u” jechuu danda’aa ree?
¹⁷ Yeroo muraasa booddee Liibaanon iddoo dhaabaa isa muka ija godhatu baasu in ta’a, iddoon dhaabaa muka ija godhatuu immoo caakkaa in ta’a;
¹⁸ bara sanatti warri duudan, isa macaafa keessatti caafamee jiru in dhaga’u; iji warra jaamotaas, dukkana limixii keessatti illee in arga;
¹⁹ ammas warri gadadamoonni, warri hiyyeessonnis, Waaqayyo isa qulqulluu kan Israa’elitti in gammadu.
²⁰ Warri nama cunqursan in badu, warri ga’iftuun in dhumu! Warri nama irratti hamaa yaadan hundinuus lafa irraa in balleeffamu;
²¹ warri dubbii sobaatiin maqaa namaa balleessan, warri balbala kellaa duratti nama dhugaadhaaf falmu dura kiyyoo kaa’an, warri sobaan dhugaa ba’anii firdii nama duraa jal’isiisanis in dhumu.
²² Kanaaf Waaqayyo inni Abrahaamin fure, sanyii Yaaqoobiin, “Yaaqoob si’achi hin yeella’u, qaana’ees fuula hin badu;
²³ ijoollonni isaa hojii ani isaan gidduutti hojjedhe yommuu argan, isaan maqaa koo qulqullinatti in eegu, ana isa qulqulluu kan Yaaqoobiif ulfina in kennu, ana Waaqayyo isa kan Israa’el in sodaatu;
²⁴ warri yaadni isaanii karaa irraa kaate deebi’anii in hubatu, warri guungumtuunis barumsa in fudhatu” jedhe

ISAIAH 29
16 He has turned the tables on you— as if the potter were thought to be like heat. Can what is made say of the one who made it, ‘He did not make me?’ Or can what is formed say of the ones who formed it, ‘He has no skill?’
17 “In a very little while, will not Lebanon be turned into a garden of fruit, and the garden of fruit seem like a forest?
18 On that day the deaf will hear the words of a scroll, and out of gloom and darkness the eyes of the blind will see.
19 The humble will again experience joy in the LORD, and the poorest people will rejoice in the Holy One of Israel.
20 For the ruthless will vanish, and mockers will disappear, and all who have an eye for evil will be cut down—
21 those who make a person appear to be the offender in a lawsuit, who set a trap for someone who is making his defense in court, and push aside the innocent with specious arguments.
22 “Therefore, this is what the LORD, who redeemed Abraham, says concerning the house of Jacob: ‘No longer will Jacob be ashamed; no longer will his face grow pale.
23 For when he sees in his midst his children, the work of my hands, they will keep my name holy; they will sanctify the Holy One of Jacob and stand in awe of the God of Israel.
24 Moreover, those who go astray in spirit will gain understanding, and those who complain will accept instruction.’”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *