Ijoolleef

Ijoolleen waan barsiifaman dubbatu, taphatu, faarfatu, agarsiisu, ta’uufis hawwu. Gaariis ta’e hamaa, wanti ijoolleen arganii fi dhaga’an akkasumas barsiifaman isaanii fi naannoo isaanii irratti dhiibbaa ni uuma.

Kun immoo maatii irraa, ollaa irraa, hiriyaa irraa, akkasumas mana barumsaa fi waldaa kiristaantiif calaqqee gaarii dha.

Fuula kana irratti wantoota ijoollee ni fayyada jennee yaadnu Keenyeerra. Isinis yaadaa fi gumaachaan, keessattuu immoo kadhataan nu bira dhaabachuu yaalaa. Eebbifamaa.

Ijoolleen sagalee Waaqayyo haa faarfatan, haa dubbisa, haa hiranis. Ga’eeyyiinis sagalee Waaqayyo farfatanii haa faarfachiisan, haa dubbisiisan, haalas haa mijeessaniif.

Colossians 4:2 Devote yourselves to prayer with Olifnun

Revelation 22:3-5 I will see His face with Olifnun

We Grow with God!

Ijoollee keenya Onkoloolessa 2022 Tajaajila “we Grow with God!” (Waaqayyoo wajjin guddanna) jedhu eegalanii jiru. Sagantichi ‘Zoom’ irratti torban tirbaniin Facaasaa/Kibxata geggeeffama. Saganticha dhuunfatee kan geggeessu mucaa Waggaa 10ti, Oliifnuun. Ijoollee waggaa 5-12 jirantu

Nothing will shake me.Psa 62:1-2 With Malolyad

Read Jude with Ilalol. Show mercy to those who have doubts.

Read First John chapter 2. Love God the Father

Read First John chapter 1. A call to the Fellowship!

Be courageous (Jabaadhaa!) John/Yoh 16:33

Araara Anatti Agarsiisi yaa Waaqayyo (Have mercy on me, my God)

The wilderness will rejoice and blossom. Like the crocus. (lafti onaanis ililchee akka arfaasee in daraara).

1 Samuel 30:6 Go God’s way, case case of David at Siglag. By Olifnun July 2020

Psalms:91:1-2 My refuge; my fortress |Ani sitti kooluu galeera;Ati Masaraa koo ti

Isa 6+56:1 Maintain justice/ Firdii sirriitti eegaa

Gaarii gochuu baraa: Isa 1:7

Viidiyoo kana irratti ijoollee Waggaa 6 fi 8 tii tu kutaa Macaafa Qulqulluu (Isa 1:17) farfacha jira. Waliin faarfadhaa. Ittiin eebbifamaa. Namootaafis qoodaa.

Viidiyoo kana irratti mucaa Waggaa 3tu kutaa Macaafa Qulqulluu farfacha jira. Ittiin eebbifamaa. Namootaafis qoodaa.

The work of God/Hojii Waaqayyoo John 6:29

Fakkeenya/proverbs 1:7

Voice in lockdown, by an eight year old olifnun

Faarfannaa/Psalms 52:8-9

Filiphisiiyus 4:4-5

Matthew 11:28 with three years old Malolyad

Ermiyaas 29:11

Ermiyaas 17:14

Kadhata Gooftaan Barsiise

Farfannaa 33:3

SABBATA WAAQAYYOO ISA BAAY’EE BAREEDAA

Oliifnun yeroo seenaa Noh dubbatte mucaa waggaa ja’aa ti. Isheen ergaa guddaa tokko dabarsaa jirti. Kunis Yasuusitti amanachuudhaan akka jireenya gaarii jiraachuu dandeenyu. Naannoo jiraannu keessatti Waaqayyoo wajjin hiriiruudhaan jal’ina irraa adda bahanii jiraachuutu barbaachisa. Waaqayyoos nu gargaara!
Kakuun Waaqayyoos amansiisaa dha.
Mee asii ilaalaa (afaan ingliffaatiin dhiyaatee)

Abboommii kurnan (the Ten commandments)

The story of Jonah and whale(animated), by Olifnun

I have decided to follow Jesus, animated songs

The books of the Bible, by Ilalol, five years old child(kitaabota Macaafa Qulqulluu

The books of the Bible, by Olifnun, Seven years old child(kitaabota Macaafa Qulqulluu hundaa)

Mark:13:26 people will see