SDH logo

Sagalicha Dhiigicha Hafuuricha

Namni Sagalee Waaqayyoo dhaga’ee amanuudhaan, dhiiga Yesus fannoo irratti nuuf dhangalaaseen dhiqatee qullaa’uudhaan, qabsiisa fayyinaaf Hafuura Waaqayyootiin mallatteeffame ni fayya. (Salvation is assured through faith that comes from hearing the Word of truth, cleansing by the Blood of Jesus that was shed for us on the cross, and sealing with the Holy Spirit of promise.)

Mata-duree Barnootaa

  • Barumsa Lubbuu Haaraa

    Jireenyi haaraan jalqabame, beekumsaan utubamuu qaba. Wanti beekuun ta'u immoo bu'uura dubbii Waaqayyoo ti. Barumsicha jalqabuuf galmaa'uun jalqabaa.

  • Barumsa Amantii Cimsannaa

    Dubbii Waaqayyoo dhageessee amantii Yasus Kiristoos irratti jalqabde sirriitti beektee, cimsachuu fi itti guddachuun barbaachisaa dha.

  • Dhugabaatummaa

    Jireenya gaarii argatteetta taanaan, warra jireenyicha hin argatintti himtee akka isaanis ittiin boqotan gochuun sirraa eegama. Fayyiteetta taanaan, warri kaanis akka fayyan barbaaduun dirqama si keessatti uumama. Garuu akkamitti godhamuu ta'aa? (Maxxansamuuf Adeemsa irra jira)

Barreeffamoota Dhiyyeenya Gad-dhiifaman

Dubbisa Dabalataaf

Iyoollee dubbii Waaqayyootti guddisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran asii ni argattu.

Ergaa Wangeelaa guyya guyyaatti dubbifaman asii ni argattu. Ittiin eebbifamuuf guyya guyyaatti daawwadhaa.

Lallaba Sagalee Wangeelaa afaan Oromoo, Amaaraa fi Ingliffaa asii argachuu nii argattu.

Yaada Daawwattootaa

Want to receive push notifications for all major on-site activities?